Screenshots
About Hisnul Muslim Afaan Oromoo: A
Hisunul Muslim kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan of keessatti qabateedha. Hisnul Muslim Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.

● Zikrii Ganamaafi Galagalaa
● Yeroo Huccuu uffatan
● Yeroo Wuduu'a godhatan
● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan.
● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan
● Yeroo Hirriiba
● Yeroo Aazaanaa
● Yeroo Salaataa
● Yeroo Qur'aanaa
● Wayita Rakkoo
● Du'aa'ii Ijoolleedhaf
● Dhukkubsataa
● Du'a/Janaazaa
● Qilleensa/Rooba
● Soomaafi Baatii
● Nyaataaf Dhugaatii
● Fuudhaaf Heeruma
● Hajjii fi Umraa
● Axxiffoo
● Imala fi kkk.. of keessaa qaba.
User Reviews
0 out of 5
0 Total Reviews
Additional Information
Version
1.0
Updated
Mar 07, 2021
Category
Available on
Write a review